وَٱتَّقُوا۟ فِتْنَةً لَّا تُصِيبَنَّ ٱلَّذِينَ ظَلَمُوا۟ مِنكُمْ خَآصَّةً وَٱعْلَمُوٓا۟ أَنَّ ٱللَّهَ شَدِيدُ ٱلْعِقَابِ
Oromo Translation - Gali AbaborRakkoo (Fitnaa) isin irraa warra miidhaa hojjatan qofa kophaatti hin tuqne sodaadhaa. Rabbiin adabbiin isaa cimaadhaa beekaa