وَٱصْبِرْ عَلَىٰ مَا يَقُولُونَ وَٱهْجُرْهُمْ هَجْرًا جَمِيلًا Oromo Translation - Gali AbaborWaan isaan jedhan irratti obsi; fageenya gaarii isaan irraa fagaadhu.