caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-An'aam, Verse 52

Mecca · revelation order 55 · 6:52

وَلَا تَطْرُدِ ٱلَّذِينَ يَدْعُونَ رَبَّهُم بِٱلْغَدَوٰةِ وَٱلْعَشِىِّ يُرِيدُونَ وَجْهَهُۥ مَا عَلَيْكَ مِنْ حِسَابِهِم مِّن شَىْءٍ وَمَا مِنْ حِسَابِكَ عَلَيْهِم مِّن شَىْءٍ فَتَطْرُدَهُمْ فَتَكُونَ مِنَ ٱلظَّٰلِمِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborWarra ganamaafi galgala fuula Isaa barbaaduuf Gooftaa isaanii kadhatan hin ari’in. qormaata isaanii irraa waa tokko sirra hin jiru; qormaata kee irraas waa tokko isaan irra hin jiru, Isaan ariitee miidhaa raawwattoota irraa akka taatuufuu.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70