caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-An'aam, Verse 114

Mecca · revelation order 55 · 6:114

أَفَغَيْرَ ٱللَّهِ أَبْتَغِى حَكَمًا وَهُوَ ٱلَّذِىٓ أَنزَلَ إِلَيْكُمُ ٱلْكِتَٰبَ مُفَصَّلًا وَٱلَّذِينَ ءَاتَيْنَٰهُمُ ٱلْكِتَٰبَ يَعْلَمُونَ أَنَّهُۥ مُنَزَّلٌ مِّن رَّبِّكَ بِٱلْحَقِّ فَلَا تَكُونَنَّ مِنَ ٱلْمُمْتَرِينَ

Oromo Translation - Gali Ababor" Rabbiin alatti murteessaa barbaaddadhaa?, innni kitaaba addeeffamaa gara keessanitti buusee jira " (jedhi). Warri kitaaba isaaniif kennine akka inni dhugaan Gooftaa kee irraa buufame ni beeku. Warra maman irraa hin ta’in.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70