caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-An'aam, Verse 113

Mecca · revelation order 55 · 6:113

وَلِتَصْغَىٰٓ إِلَيْهِ أَفْـِٔدَةُ ٱلَّذِينَ لَا يُؤْمِنُونَ بِٱلْـَٔاخِرَةِ وَلِيَرْضَوْهُ وَلِيَقْتَرِفُوا۟ مَا هُم مُّقْتَرِفُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborAkka onneewwan warra Aakhiratti hin amaninii gara isaa dabaniifi, akka isas jaalataniifi (adaba irraa) waan raawwachaa jiranis akka raawwataniif.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70