caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Maaida, Verse 97

Medina · revelation order 112 · 5:97

جَعَلَ ٱللَّهُ ٱلْكَعْبَةَ ٱلْبَيْتَ ٱلْحَرَامَ قِيَٰمًا لِّلنَّاسِ وَٱلشَّهْرَ ٱلْحَرَامَ وَٱلْهَدْىَ وَٱلْقَلَٰٓئِدَ ذَٰلِكَ لِتَعْلَمُوٓا۟ أَنَّ ٱللَّهَ يَعْلَمُ مَا فِى ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَمَا فِى ٱلْأَرْضِ وَأَنَّ ٱللَّهَ بِكُلِّ شَىْءٍ عَلِيمٌ

Oromo Translation - Gali AbaborRabbiin Ka’abaa mana kabajamaa,namootaaf gadi dhaabbii (jireenya) taasiseera ji’a kabajamaas, horii wareegaas, horii wareegaaf mallattoon morma irratti godhames. Kun akka Rabbiin wantoota samii keessa jiraniifi wantoota dachii keessa jiranis hunda kanbeeku tahe beektaniifi, ammas akka Rabbiin waan hunda beekaa ta’uu beektaniifi.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70