سَمَّٰعُونَ لِلْكَذِبِ أَكَّٰلُونَ لِلسُّحْتِ فَإِن جَآءُوكَ فَٱحْكُم بَيْنَهُمْ أَوْ أَعْرِضْ عَنْهُمْ وَإِن تُعْرِضْ عَنْهُمْ فَلَن يَضُرُّوكَ شَيْـًٔا وَإِنْ حَكَمْتَ فَٱحْكُم بَيْنَهُم بِٱلْقِسْطِ إِنَّ ٱللَّهَ يُحِبُّ ٱلْمُقْسِطِينَ
Oromo Translation - Gali AbaborKijiba akkaan dhaggeeffattoota, haraama akkaan nyaatoodha. Yoo isaan sitti dhufan, gidduu isaaniitti murteessi; yookiin isaan irraa gara gali. Yoo ati isaan irraa gara galte homaa si hin miidhanu. Yoo murteessite haqaan gidduu isaaniitti murteessi. Rabbiin warra haqaan murteessan jaalata.