caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Maaida, Verse 26

Medina · revelation order 112 · 5:26

قَالَ فَإِنَّهَا مُحَرَّمَةٌ عَلَيْهِمْ أَرْبَعِينَ سَنَةً يَتِيهُونَ فِى ٱلْأَرْضِ فَلَا تَأْسَ عَلَى ٱلْقَوْمِ ٱلْفَٰسِقِينَ

Oromo Translation - Gali Ababor(Rabbiin) ni jedhe: "isheen (dachittii seenuun) waggoota afurtamaaf isaan irratti haraamfamtuudha; Dachii keessa dhama’u, Ummata finciltoota irratti hin gaddin."
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70