caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Maaida, Verse 13

Medina · revelation order 112 · 5:13

فَبِمَا نَقْضِهِم مِّيثَٰقَهُمْ لَعَنَّٰهُمْ وَجَعَلْنَا قُلُوبَهُمْ قَٰسِيَةً يُحَرِّفُونَ ٱلْكَلِمَ عَن مَّوَاضِعِهِۦ وَنَسُوا۟ حَظًّا مِّمَّا ذُكِّرُوا۟ بِهِۦ وَلَا تَزَالُ تَطَّلِعُ عَلَىٰ خَآئِنَةٍ مِّنْهُمْ إِلَّا قَلِيلًا مِّنْهُمْ فَٱعْفُ عَنْهُمْ وَٱصْفَحْ إِنَّ ٱللَّهَ يُحِبُّ ٱلْمُحْسِنِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborSababaa isaan waadaa isaanii diiganiif, isaan abaarree, onneewwan isaaniis gogduu taasifne, Iddoowwan isaanii (kan sirrii) irraa jechoota jijjiiru, Waan ittiin gorfaman irraa qooda wahii dagatan. Isaan irraa nama muraasa malee gantuu isaan irraa taate arguurraa hin deemtu. Dhiifama isaaniif godhi; irras dabri. Dhugumatti, Rabbiin tolchitoota jaalata.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70