caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Maaida, Verse 117

Medina · revelation order 112 · 5:117

مَا قُلْتُ لَهُمْ إِلَّا مَآ أَمَرْتَنِى بِهِۦٓ أَنِ ٱعْبُدُوا۟ ٱللَّهَ رَبِّى وَرَبَّكُمْ وَكُنتُ عَلَيْهِمْ شَهِيدًا مَّا دُمْتُ فِيهِمْ فَلَمَّا تَوَفَّيْتَنِى كُنتَ أَنتَ ٱلرَّقِيبَ عَلَيْهِمْ وَأَنتَ عَلَىٰ كُلِّ شَىْءٍ شَهِيدٌ

Oromo Translation - Gali AbaborWaan ati itti na ajajje malee waan biraa isaaniin hin janne, (sun) ‘Rabbiin, Gooftaa kiyyaafi Gooftaa keessan gabbaraa' (jechuudha). Hangan isaan keessa turetti isaan irratti ragaan ture. Erga ol nafuutee booda ati isaan irratti tiksaa taate. Ati waan hunda irratti ragaadha.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70