caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Fath, Verse 26

Medina · revelation order 111 · 48:26

إِذْ جَعَلَ ٱلَّذِينَ كَفَرُوا۟ فِى قُلُوبِهِمُ ٱلْحَمِيَّةَ حَمِيَّةَ ٱلْجَٰهِلِيَّةِ فَأَنزَلَ ٱللَّهُ سَكِينَتَهُۥ عَلَىٰ رَسُولِهِۦ وَعَلَى ٱلْمُؤْمِنِينَ وَأَلْزَمَهُمْ كَلِمَةَ ٱلتَّقْوَىٰ وَكَانُوٓا۟ أَحَقَّ بِهَا وَأَهْلَهَا وَكَانَ ٱللَّهُ بِكُلِّ شَىْءٍ عَلِيمًا

Oromo Translation - Gali AbaborYeroo warri kafare qalbii isaanii keessa haaloo, hinaaffaa wallaaltotaa godhee, Rabbiin tasgabbii isaa ergamaa isaatiifi mu’uminoota irratti buusee. jecha sodaa (Isaa) isaan qabachiise [yaadadhu]. Isaanumatu ishee haqa godhatee, warra ishee ta’e. Rabbiin waan hunda beekaa ta’eera.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70