وَمِنْ ءَايَٰتِهِ ٱلْجَوَارِ فِى ٱلْبَحْرِ كَٱلْأَعْلَٰمِ Oromo Translation - Gali AbaborMallattoolee isaa irraayi Dooniiwwan akka tabbaa kan galaana keessa yaa’an.