caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Fussilat, Verse 6

Mecca · revelation order 61 · 41:6

قُلْ إِنَّمَآ أَنَا۠ بَشَرٌ مِّثْلُكُمْ يُوحَىٰٓ إِلَىَّ أَنَّمَآ إِلَٰهُكُمْ إِلَٰهٌ وَٰحِدٌ فَٱسْتَقِيمُوٓا۟ إِلَيْهِ وَٱسْتَغْفِرُوهُ وَوَيْلٌ لِّلْمُشْرِكِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborJedhi: “ani namuma fakkaataa keessaniiti; gara kiyyatti beeksisaatu godhama (akkana jechuudhaan) ‘dhugaan gabbaramaan keessan gabbaramaa tokkicha qofa; gara Isaa qajeelaa, araaramas Isa kadhadhaa, warra (Isatti) qindeessaniif adabatu jira".
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70