caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Fussilat, Verse 5

Mecca · revelation order 61 · 41:5

وَقَالُوا۟ قُلُوبُنَا فِىٓ أَكِنَّةٍ مِّمَّا تَدْعُونَآ إِلَيْهِ وَفِىٓ ءَاذَانِنَا وَقْرٌ وَمِنۢ بَيْنِنَا وَبَيْنِكَ حِجَابٌ فَٱعْمَلْ إِنَّنَا عَٰمِلُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborNi jedhan: “onneewwan teenya haguuggaa keessa jirti waan isin itti nu waamtan irraa. Gurroowan keenya keessa duudummaatu jira. Gidduu keenyaafi gidduu kee haguuggiitu jira. Ati (waan feete) dalagi; nutis (waan feene) dalagoodha.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70