ٱلَّذِينَ لَا يُؤْتُونَ ٱلزَّكَوٰةَ وَهُم بِٱلْـَٔاخِرَةِ هُمْ كَٰفِرُونَ Oromo Translation - Gali AbaborIsaan warra zakaa hin kennine, kan Aakhiratti kafaraniidha.