caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nisaa, Verse 157

Medina · revelation order 92 · 4:157

وَقَوْلِهِمْ إِنَّا قَتَلْنَا ٱلْمَسِيحَ عِيسَى ٱبْنَ مَرْيَمَ رَسُولَ ٱللَّهِ وَمَا قَتَلُوهُ وَمَا صَلَبُوهُ وَلَٰكِن شُبِّهَ لَهُمْ وَإِنَّ ٱلَّذِينَ ٱخْتَلَفُوا۟ فِيهِ لَفِى شَكٍّ مِّنْهُ مَا لَهُم بِهِۦ مِنْ عِلْمٍ إِلَّا ٱتِّبَاعَ ٱلظَّنِّ وَمَا قَتَلُوهُ يَقِينًۢا

Oromo Translation - Gali AbaborAmmas waan isaan “nuti Masiih Iisaa ilma Maryam, ergamaa Rabbii, ajjeefnee jirra” jedhaniif (isaan abaarre), Isaaniitti fakkeeffame malee isa hin ajjeefne; hin fannisnes, Dhugumatti, isaan isa keessatti wal dhaban isa irraa shakkii keessa jiru, sehaa hordofuu malee isa irratti beekumsa homaatuu hin qaban, Qabatamaatti isaan isa hin ajjeefne.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70