وَبَشَّرْنَٰهُ بِإِسْحَٰقَ نَبِيًّا مِّنَ ٱلصَّٰلِحِينَ Oromo Translation - Gali AbaborIs-haaqiin isa gammachiifne, nabiyyii warra gaggaarii irraa kan tae.