caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah As-Saaffaat, Verse 113

Mecca · revelation order 56 · 37:113

وَبَٰرَكْنَا عَلَيْهِ وَعَلَىٰٓ إِسْحَٰقَ وَمِن ذُرِّيَّتِهِمَا مُحْسِنٌ وَظَالِمٌ لِّنَفْسِهِۦ مُبِينٌ

Oromo Translation - Gali AbaborIsa irrattiifi Is-haaq irrattis barakaa goone. Sanyii isaan lamaanii irraa nama toltuu hojjatuufi kan lubbuu isaa miidhaa ifa ta’etu jira.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70