وَقَالُوا۟ نَحْنُ أَكْثَرُ أَمْوَٰلًا وَأَوْلَٰدًا وَمَا نَحْنُ بِمُعَذَّبِينَ
Oromo Translation - Gali Ababor“Nuti qabeenyaaleefi ilmaanis isin caalaa baay’ee qabna. Nuti kan adabamnu hin taane” jedhan.
وَقَالُوا۟ نَحْنُ أَكْثَرُ أَمْوَٰلًا وَأَوْلَٰدًا وَمَا نَحْنُ بِمُعَذَّبِينَ