caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Saba, Verse 34

Mecca · revelation order 58 · 34:34

وَمَآ أَرْسَلْنَا فِى قَرْيَةٍ مِّن نَّذِيرٍ إِلَّا قَالَ مُتْرَفُوهَآ إِنَّا بِمَآ أُرْسِلْتُم بِهِۦ كَٰفِرُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborMagaalaa kamillee keessatti akeekkachiisaa tokkoyuu erginee badhaadhoon ishee “nuti waan isin ittiin ergamatan kanatti kafaroodha” jedhan malee hin hafanu.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70