caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Saba, Verse 15

Mecca · revelation order 58 · 34:15

لَقَدْ كَانَ لِسَبَإٍ فِى مَسْكَنِهِمْ ءَايَةٌ جَنَّتَانِ عَن يَمِينٍ وَشِمَالٍ كُلُوا۟ مِن رِّزْقِ رَبِّكُمْ وَٱشْكُرُوا۟ لَهُۥ بَلْدَةٌ طَيِّبَةٌ وَرَبٌّ غَفُورٌ

Oromo Translation - Gali AbaborDhugumatti, (warra) ‘Saba’iif’ iddoo jireenya isaanii keessatti mallattoon ta’eera. (Isheenis) oyruu lama gama mirgaafi bitaatiin kan taateedha. “Soorata Gooftaa keessanii irraa nyaadhaa; galata Isaaf galchaa.” (Biyyattiin keessanis) biyya gaariidha. (Rabbiin keessanis) Gooftaa araaramaadha” (isaaniin jedhame).
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70