caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Saba, Verse 14

Mecca · revelation order 58 · 34:14

فَلَمَّا قَضَيْنَا عَلَيْهِ ٱلْمَوْتَ مَا دَلَّهُمْ عَلَىٰ مَوْتِهِۦٓ إِلَّا دَآبَّةُ ٱلْأَرْضِ تَأْكُلُ مِنسَأَتَهُۥ فَلَمَّا خَرَّ تَبَيَّنَتِ ٱلْجِنُّ أَن لَّوْ كَانُوا۟ يَعْلَمُونَ ٱلْغَيْبَ مَا لَبِثُوا۟ فِى ٱلْعَذَابِ ٱلْمُهِينِ

Oromo Translation - Gali AbaborYeroma Nuti du’a isa (Suleeymaan) irratti murteessine,wanti du’uu isaa irratti isaan qajelche hin jiru rirma dachii kan ulee isaa nyaattu tokko malee Yeroma inni kufu, jinnoonni odoo iccitii (ghaybii) kan beekan ta’anii, silaa adabbii salphisaa ta’e keessa hin turan jechuu hubatan.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70