caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Saba, Verse 16

Mecca · revelation order 58 · 34:16

فَأَعْرَضُوا۟ فَأَرْسَلْنَا عَلَيْهِمْ سَيْلَ ٱلْعَرِمِ وَبَدَّلْنَٰهُم بِجَنَّتَيْهِمْ جَنَّتَيْنِ ذَوَاتَىْ أُكُلٍ خَمْطٍ وَأَثْلٍ وَشَىْءٍ مِّن سِدْرٍ قَلِيلٍ

Oromo Translation - Gali Ababor(Ajaja Rabbii irraa) gara galaniiti lolaa hidhaa irraa isaanitti ergine, Ashaakiltii isaan lamaaniis oyruu lama kan abbaa dhandhama hadhaa’aa, birbirsaafi qurquraa irraas waan xiqqoo (kan qabdutti) isaaniif jijjiirre.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70