caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Saba, Verse 13

Mecca · revelation order 58 · 34:13

يَعْمَلُونَ لَهُۥ مَا يَشَآءُ مِن مَّحَٰرِيبَ وَتَمَٰثِيلَ وَجِفَانٍ كَٱلْجَوَابِ وَقُدُورٍ رَّاسِيَٰتٍ ٱعْمَلُوٓا۟ ءَالَ دَاوُۥدَ شُكْرًا وَقَلِيلٌ مِّنْ عِبَادِىَ ٱلشَّكُورُ

Oromo Translation - Gali AbaborWanta inni barbaade isaaf hojjatu, Iddoolee ibaadaa, fakkiiwwan, gabateewwan (guddinni isaa) akka naannigaa ta’eefi okkoteewwan nahaasaa kan iddoo qabattee teessu irraa (isaaf hojjatan) “Yaa maatii Daawuud (ajaja isaa guutuun) galata (Rabbii) hojjadhaa. Gabroota kiyya irraas namni Ana galatoomfataan xiqqaadha” (jenneen).
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70