caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Saba, Verse 12

Mecca · revelation order 58 · 34:12

وَلِسُلَيْمَٰنَ ٱلرِّيحَ غُدُوُّهَا شَهْرٌ وَرَوَاحُهَا شَهْرٌ وَأَسَلْنَا لَهُۥ عَيْنَ ٱلْقِطْرِ وَمِنَ ٱلْجِنِّ مَن يَعْمَلُ بَيْنَ يَدَيْهِ بِإِذْنِ رَبِّهِۦ وَمَن يَزِغْ مِنْهُمْ عَنْ أَمْرِنَا نُذِقْهُ مِنْ عَذَابِ ٱلسَّعِيرِ

Oromo Translation - Gali AbaborSuleeymaaniifis bubbee (laaffifne) (tan) waaree dura (karaa) ji’a tokkoo deemtuufi waaree boodas (karaa) ji’a tokkoo balaliituu. Madda sibiilaas (nahaasaas) isaaf yaafnee jirra. Jinnoota irraa warra hayyama Gooftaa Isaaniitiin fuuldura isaatti hojjatantu jira. Isaan irraa kan ajaja keenya irraa dabe, adabbii ibidda boba’aa irraa ta’e isa dhandhamsiifna.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70