وَيَوْمَ تَقُومُ ٱلسَّاعَةُ يُبْلِسُ ٱلْمُجْرِمُونَ Oromo Translation - Gali AbaborGuyyaa Qiyaamaan dhaabbattu, badii raawwattoonni abdii kutatu.