caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Naml, Verse 40

Mecca · revelation order 48 · 27:40

قَالَ ٱلَّذِى عِندَهُۥ عِلْمٌ مِّنَ ٱلْكِتَٰبِ أَنَا۠ ءَاتِيكَ بِهِۦ قَبْلَ أَن يَرْتَدَّ إِلَيْكَ طَرْفُكَ فَلَمَّا رَءَاهُ مُسْتَقِرًّا عِندَهُۥ قَالَ هَٰذَا مِن فَضْلِ رَبِّى لِيَبْلُوَنِىٓ ءَأَشْكُرُ أَمْ أَكْفُرُ وَمَن شَكَرَ فَإِنَّمَا يَشْكُرُ لِنَفْسِهِۦ وَمَن كَفَرَ فَإِنَّ رَبِّى غَنِىٌّ كَرِيمٌ

Oromo Translation - Gali AbaborInni beekumsi kitaaba irraa ta’e isa bira jiru ni jedhe: “Ani [libsattee] odoo ijji kee sitti hin deebinen siif fida.” [Suleymaan] yeroma isa biratti ragga’ee argu ni jedhe: “kun tola Gooftaa kootii irraayyi. Akka ani Isa galateeffadhuufi Isatti kafaru na mokkoruuf [kana godhe]. Namni Isa galateeffate, kan inni galateeffatu lubbuma isaatiif. Namni kafare [isuma irratti]. Gooftaan kiyya dureessa, arjaadha” [jedhe]
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70