قَالَ عِفْرِيتٌ مِّنَ ٱلْجِنِّ أَنَا۠ ءَاتِيكَ بِهِۦ قَبْلَ أَن تَقُومَ مِن مَّقَامِكَ وَإِنِّى عَلَيْهِ لَقَوِىٌّ أَمِينٌ
Oromo Translation - Gali AbaborJabaan Jinnoota irraa ta’e tokko ni jedhe: “Ani isaan sitti dhufa odoo ati iddoo keetii irraa hin ka'in dura. Ani kana irratti cimaa amanamaadha.”