وَلَتَجِدَنَّهُمْ أَحْرَصَ ٱلنَّاسِ عَلَىٰ حَيَوٰةٍ وَمِنَ ٱلَّذِينَ أَشْرَكُوا۟ يَوَدُّ أَحَدُهُمْ لَوْ يُعَمَّرُ أَلْفَ سَنَةٍ وَمَا هُوَ بِمُزَحْزِحِهِۦ مِنَ ٱلْعَذَابِ أَن يُعَمَّرَ وَٱللَّهُ بَصِيرٌۢ بِمَا يَعْمَلُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborNama hunda irra jireenyaaf bololaa ta’uu isaanii argita. Mushrikoota irraallee [jireenyaaf bololu]. Tokkoon isaanii odoo waggaa kuma jiraachifamee jaalata jiraachifamuun isaa kan isa hin azaabarraa isa hinfageessine ta’ee jira, Rabbiin waan isaan dalagan akkaan argaadha.