caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Baqara, Verse 93

Medina · revelation order 87 · 2:93

وَإِذْ أَخَذْنَا مِيثَٰقَكُمْ وَرَفَعْنَا فَوْقَكُمُ ٱلطُّورَ خُذُوا۟ مَآ ءَاتَيْنَٰكُم بِقُوَّةٍ وَٱسْمَعُوا۟ قَالُوا۟ سَمِعْنَا وَعَصَيْنَا وَأُشْرِبُوا۟ فِى قُلُوبِهِمُ ٱلْعِجْلَ بِكُفْرِهِمْ قُلْ بِئْسَمَا يَأْمُرُكُم بِهِۦٓ إِيمَٰنُكُمْ إِن كُنتُم مُّؤْمِنِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborYeroo Nuti waadaa keessan qabannee Gaara Xuurii isin gubbatti ol fuunee "Waan Nuti isiniif kennine ciminaan qabadhaa. [Jecha keenyas] dhagayaa" (jenne) [yaadadhaa]. Ni jedhan: "Dhageenyee dinne." Onneewwan isaanii keessa sababaa kufrii isaanitiin [jaalala] mirgoo [gabbaruu] obaafamanii jiru. jedhi "wanti iimaanni keessan itti isin ajaju waa fokkate" Yoo mu’uminoota taataniif.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70