يُؤْتِى ٱلْحِكْمَةَ مَن يَشَآءُ وَمَن يُؤْتَ ٱلْحِكْمَةَ فَقَدْ أُوتِىَ خَيْرًا كَثِيرًا وَمَا يَذَّكَّرُ إِلَّآ أُو۟لُوا۟ ٱلْأَلْبَٰبِ
Oromo Translation - Gali AbaborInni hikmaa (ogummaa) abbaa fedheef kenna, Namni hikmaa kenname, dhugumatti toltuun baay’een isaaf kennameera. Warra sammuu qaban malee eenyullee hin gorfamu.