caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Baqara, Verse 179

Medina · revelation order 87 · 2:179

وَلَكُمْ فِى ٱلْقِصَاصِ حَيَوٰةٌ يَٰٓأُو۟لِى ٱلْأَلْبَٰبِ لَعَلَّكُمْ تَتَّقُونَ

Oromo Translation - Gali Ababor"Qisaasa" keessa jiraachuutu (lubbuu du’a irraa baraaruutu) isiniif jira Yaa warra sammuu qabdan! Akka isin (ajjeechaa irraa) eeggattaniif (kana goone) .
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70