caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Baqara, Verse 133

Medina · revelation order 87 · 2:133

أَمْ كُنتُمْ شُهَدَآءَ إِذْ حَضَرَ يَعْقُوبَ ٱلْمَوْتُ إِذْ قَالَ لِبَنِيهِ مَا تَعْبُدُونَ مِنۢ بَعْدِى قَالُوا۟ نَعْبُدُ إِلَٰهَكَ وَإِلَٰهَ ءَابَآئِكَ إِبْرَٰهِـۧمَ وَإِسْمَٰعِيلَ وَإِسْحَٰقَ إِلَٰهًا وَٰحِدًا وَنَحْنُ لَهُۥ مُسْلِمُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborSila yeroo Ya’aquubitti duuti dhufnaan ilmaan isaatiin "ana booda maal gabbartan?" jedhe isin bira jirtumoo? Isaanis ni jedhan: "Nuti Gooftaa kee, Gooftaa abboota kee Ibraahiim, Ismaa’iiliifi Isihaaq gabbaramaa tokkicha kan ta’e gabbarra, Nuti Isaaf ajajamtoota (Muslimoota)."
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70