تِلْكَ أُمَّةٌ قَدْ خَلَتْ لَهَا مَا كَسَبَتْ وَلَكُم مَّا كَسَبْتُمْ وَلَا تُسْـَٔلُونَ عَمَّا كَانُوا۟ يَعْمَلُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborDhugumatti isheen sun ummata dabarte, Isheedhaaf mindaa waan oomishteetu jira; Isiniifis mindaa waan oomishtaniitu jira, Isinis waan isaan hojjataa turan irraa hin gaafatamtanu.