caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Baqara, Verse 109

Medina · revelation order 87 · 2:109

وَدَّ كَثِيرٌ مِّنْ أَهْلِ ٱلْكِتَٰبِ لَوْ يَرُدُّونَكُم مِّنۢ بَعْدِ إِيمَٰنِكُمْ كُفَّارًا حَسَدًا مِّنْ عِندِ أَنفُسِهِم مِّنۢ بَعْدِ مَا تَبَيَّنَ لَهُمُ ٱلْحَقُّ فَٱعْفُوا۟ وَٱصْفَحُوا۟ حَتَّىٰ يَأْتِىَ ٱللَّهُ بِأَمْرِهِۦٓ إِنَّ ٱللَّهَ عَلَىٰ كُلِّ شَىْءٍ قَدِيرٌ

Oromo Translation - Gali AbaborHedduun warra kitaabaa irraa ta’an erga amantanii booda kaafiroota taatanii isin deebisuu (isin kafarsiisuu) jaalatu. waanyoo lubbuu isaanii irraa kan ka'e eega dhugaan ifa isaanii galee booda, dhiifama godhaa; irras dabraa Hanga Rabbiin ajaja Isaa fidutti, Dhugumatti, Rabbiin waan hunda irratti danda’aadha.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70