وَأَقِيمُوا۟ ٱلصَّلَوٰةَ وَءَاتُوا۟ ٱلزَّكَوٰةَ وَمَا تُقَدِّمُوا۟ لِأَنفُسِكُم مِّنْ خَيْرٍ تَجِدُوهُ عِندَ ٱللَّهِ إِنَّ ٱللَّهَ بِمَا تَعْمَلُونَ بَصِيرٌ
Oromo Translation - Gali AbaborSalaata gadi dhaabaa; zakaas kennaa,Toltuu irraa waan lubbuu keessaniif dabarfattan (kamillee) Rabbiin biratti isa argattu. Dhugumatti, Rabbiin waan isin hojjattan akkaan argaadha.