أَمْ تُرِيدُونَ أَن تَسْـَٔلُوا۟ رَسُولَكُمْ كَمَا سُئِلَ مُوسَىٰ مِن قَبْلُ وَمَن يَتَبَدَّلِ ٱلْكُفْرَ بِٱلْإِيمَٰنِ فَقَدْ ضَلَّ سَوَآءَ ٱلسَّبِيلِ
Oromo Translation - Gali AbaborDhugaatti isin ergamaa keessan gaafachuu feetu, akka muusaan kana dura gaafatame. Namni kufrii iimaanaan jijjiirrate, dhugumatti karaa sirrii irraa jallateera.