وَوَهَبْنَا لَهُۥ مِن رَّحْمَتِنَآ أَخَاهُ هَٰرُونَ نَبِيًّا Oromo Translation - Gali AbaborTola keenya irraa obboleessa isaa Haaruuniin nabiyyii (taasifnee) isaaf kennine.