وَكُلَّ إِنسَٰنٍ أَلْزَمْنَٰهُ طَٰٓئِرَهُۥ فِى عُنُقِهِۦ وَنُخْرِجُ لَهُۥ يَوْمَ ٱلْقِيَٰمَةِ كِتَٰبًا يَلْقَىٰهُ مَنشُورًا
Oromo Translation - Gali AbaborNama hundayyuu hojii isaa morma isaatti rarraafnee jirra, Guyyaa Qiyaamaa kitaaba isaaf baafna. banamaa tahee inni isa argata..