ٱقْرَأْ كِتَٰبَكَ كَفَىٰ بِنَفْسِكَ ٱلْيَوْمَ عَلَيْكَ حَسِيبًا Oromo Translation - Gali AbaborKitaaba kee dubbisi, Hardha ati mataan kee sirratti herregaa ta’uuf ga’aadha.