caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Yunus, Verse 98

Mecca · revelation order 51 · 10:98

فَلَوْلَا كَانَتْ قَرْيَةٌ ءَامَنَتْ فَنَفَعَهَآ إِيمَٰنُهَآ إِلَّا قَوْمَ يُونُسَ لَمَّآ ءَامَنُوا۟ كَشَفْنَا عَنْهُمْ عَذَابَ ٱلْخِزْىِ فِى ٱلْحَيَوٰةِ ٱلدُّنْيَا وَمَتَّعْنَٰهُمْ إِلَىٰ حِينٍ

Oromo Translation - Gali AbaborSila magaalaan (erga adabbii Rabbii argitee) amantee ergasii iimaanni ishee ishee fayyade ummata Yuunus malee maaliif hin jiraatini? (Hin jiru jechuu dha). Isaan amannaan jireenya addunyaa keessatti adabbii salphisaa ta’e isaan irraa saaqne, hanga yeroo murtaa’eetti isaan qanansiifne.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70