وَلَوْ شَآءَ رَبُّكَ لَـَٔامَنَ مَن فِى ٱلْأَرْضِ كُلُّهُمْ جَمِيعًا أَفَأَنتَ تُكْرِهُ ٱلنَّاسَ حَتَّىٰ يَكُونُوا۟ مُؤْمِنِينَ
Oromo Translation - Gali AbaborGooftaan kee odoo fedhee namni dachii keessa jiru hundi isaanii marti ni amana ture. Sila ati hanga isaan mu’uminoota ta’anitti namoota dirqisiiftaa?