أَمْ يَقُولُونَ ٱفْتَرَىٰهُ قُلْ فَأْتُوا۟ بِسُورَةٍ مِّثْلِهِۦ وَٱدْعُوا۟ مَنِ ٱسْتَطَعْتُم مِّن دُونِ ٱللَّهِ إِن كُنتُمْ صَٰدِقِينَ
Oromo Translation - Gali AbaborMoo sila isaan “isatu (Muhammadtu) of irraa isa uume” jedhu? jedhi suuraa tokko kan isa fakkaattu fidaa, Rabbii gaditti nama dandeessan (gargaarsaaf) waamadhaa, Yoo kan dhugaa dubbattan taatan (jedhi).