دَعْوَىٰهُمْ فِيهَا سُبْحَٰنَكَ ٱللَّهُمَّ وَتَحِيَّتُهُمْ فِيهَا سَلَٰمٌ وَءَاخِرُ دَعْوَىٰهُمْ أَنِ ٱلْحَمْدُ لِلَّهِ رَبِّ ٱلْعَٰلَمِينَ
Oromo Translation - Gali AbaborKadhaan isaanii ishee keessatti (yeroo waan tokko fedhan) “yaa Allaah! Qulqulliini keeti” jechuudha. Kabajaan isaaniis ishee keessatti “nagayaa” jechuudha. Kadhaan isaanii kan boodaas “faaruun hundi kan Rabbii gooftaa aalamaati” jechuudha.