caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah At-Tawba, Verse 83

Medina · revelation order 113 · 9:83

فَإِن رَّجَعَكَ ٱللَّهُ إِلَىٰ طَآئِفَةٍ مِّنْهُمْ فَٱسْتَـْٔذَنُوكَ لِلْخُرُوجِ فَقُل لَّن تَخْرُجُوا۟ مَعِىَ أَبَدًا وَلَن تُقَٰتِلُوا۟ مَعِىَ عَدُوًّا إِنَّكُمْ رَضِيتُم بِٱلْقُعُودِ أَوَّلَ مَرَّةٍ فَٱقْعُدُوا۟ مَعَ ٱلْخَٰلِفِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborYoo Rabbiin gara garee isaan irraa ta’eetti si deebisee, (duulaaf) bahuuf hayyama si gaafatan,jedhiin. “Ana wajjiin gonkumaa hin baatanu; Ana wajjinis diinaan hin loltanu, Isin dhugumatti yeroo jalqabaa taa’umsa jaalattanii jirtu. Kanaafuu warra (mana) taa’an wajjin taa’aa”(jedhiin).
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70