caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah At-Tawba, Verse 50

Medina · revelation order 113 · 9:50

إِن تُصِبْكَ حَسَنَةٌ تَسُؤْهُمْ وَإِن تُصِبْكَ مُصِيبَةٌ يَقُولُوا۟ قَدْ أَخَذْنَآ أَمْرَنَا مِن قَبْلُ وَيَتَوَلَّوا۟ وَّهُمْ فَرِحُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborYoo toltuun si mudatte, isaan gaddisiifti, Yoo balaan si mudatte immoo “nuti dursinee of eeggannoo keenya qabannee jirra” jedhan; kan gammadan ta’anii duuba deebi’u.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70