caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-A'raaf, Verse 18

Mecca · revelation order 39 · 7:18

قَالَ ٱخْرُجْ مِنْهَا مَذْءُومًا مَّدْحُورًا لَّمَن تَبِعَكَ مِنْهُمْ لَأَمْلَأَنَّ جَهَنَّمَ مِنكُمْ أَجْمَعِينَ

Oromo Translation - Gali Ababor(Rabbiinis) ni jedhe: "Ishee irraa arrabsamaa, fageeffamaa haala taateen ba’i, Isaan irraa namoota si hordofe, isin hunda irraan Jahannama guuta.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70