فَٱجْتَبَٰهُ رَبُّهُۥ فَجَعَلَهُۥ مِنَ ٱلصَّٰلِحِينَ Oromo Translation - Gali AbaborGooftaan isaa isa filateeti gaggaarii irraa isa godhe.