كَبُرَ مَقْتًا عِندَ ٱللَّهِ أَن تَقُولُوا۟ مَا لَا تَفْعَلُونَ Oromo Translation - Gali AbaborWaan hin hojjanne haasa'uun keessan jibbaansi isaa Rabbiin biratti guddate.