وَهُوَ ٱلْقَاهِرُ فَوْقَ عِبَادِهِۦ وَهُوَ ٱلْحَكِيمُ ٱلْخَبِيرُ Oromo Translation - Gali AbaborInni gabroota Isaa irratti mo’ataadha. Inni ogeessa, keessa beekaadha.